Sobre Macaafa Qulqulluu

Quase 120 anos após a tradução da Bíblia em Afan Oromo por Onesmus Nesib e a primeira Bíblia Afaan Oromoo impressa em papel, a forma como as pessoas lêem a Bíblia Sagrada mudou radicalmente. Hoje em dia, quase todo mundo usa dispositivos móveis para ler a Bíblia. Levando em consideração esse fato, oferecemos este moderno aplicativo da Bíblia para o seu dispositivo Android. Instale no seu dispositivo Android e leve com você onde quer que vá e aproveite sua bíblia!
Deus o abençoe!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni sharpya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Era Digital) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbiuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (dispositivo móvel) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNIÃO DE OROMO IGREJAS EVANGÉLICAS DA EUROPA, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiyeessinu gammachuu guddaatu.
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Rádio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!

Atualização de Macaafa Qulqulluu 1.0.2

This Application Enables Users to:
- Read And Use Afaan Oromoo Bible
- Get a Daily verse with and without internet
- Get access to "Radio Warra Wangeelaa"
- Get a list of Afaan Oromoo Gospel songs lyrics
- Pick verses related to a topic they need and etc.
Leia Mais
Versões Antigas Mais
Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu
Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu 1.0.2 APK
November 4, 2019 10.54 MB

Requires Android: Android 4.0.3+

Screen DPI: 160-640dpi

SHA1: aa6a068eebb33e4348d854d542dd53955028e62f

Size: 10.54 MB

What's New:

This Application Enables Users to:
- Read And Use Afaan Oromoo Bible
- Get a Daily verse with and without internet
- Get access to "Radio Warra Wangeelaa"
- Get a list of Afaan Oromoo Gospel songs lyrics
- Pick verses related to a topic they need and etc.
Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu
Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu 1.0.1 APK
July 25, 2019 10.52 MB
Variant
Arch
Version
DPI
Android 4.0.3+
160-640dpi
Android 4.0.3+
160-640dpi
Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu
Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu 1.0 APK
February 24, 2018 10.47 MB

Requires Android: Android 4.1+

Screen DPI: 160-640dpi

SHA1: 2624a4337cc2804277ba8f8f041ea70451e68895

Size: 10.47 MB

What's New:

This Application Enables Users to:
- Read And Use Afaan Oromoo Bible
- Get a Daily verse with and without internet
- Get access to "Radio Warra Wangeelaa"
- Get a list of Afaan Oromoo Gospel songs lyrics
- Pick verses related to a topic they need and etc.
Mais Informações

Data de Atualização:

Última Versão:

1.0.2

Solicite Atualização:

Enviar última versão

Disponível em:

Google Play

Requisitos:

Android 4.0.3+